Ayyaanni Iid Alfaxir Finfinneetti kabajamaa jira

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxir bara hijiraa 1445ffaan Istaadiyeemii Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.

Hordoftoonni amantaa Islaamaa magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheerra walitti babba’aniifi abbootiin amantaa kabaja ayyaanichaa irratti argamaniiru.

Ayyaanichi sirnoota amantichaa garaagaraan kabajamaa jira.

Mulugeetaa Girmaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment