Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan Roobii kabajama jedhame

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan Roobii kan kabajamu ta’uu ibsameera.

Har’a Addeessi osoo hin bahiin hafuu hordofee ayyaanichi Roobii dhufu kan kabajamu ta’uu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment