Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Sirnichi bakka Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetachoo Raddaa, abbootiin amantaa, hoggantoonnii fi hordoftoonni amantichaa argamanitti sirntoota amantaa garaagaraan kabajameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.