Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Hawaasaa, Jiinkaa fi Aarbaa Mincitti kabajame

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Hawaasaa, Jiinkaa fi Aarbaa Mincitti sagantaalee garaagaraan kabajameera.

Sirnichi bakka abbootiin amantaa, hoggantoonnii fi hordoftoonni amantichaa argamanitti sirntoota amantaa garaagaraan kabajamaa jira.

Ayyaanichi magaalaa Hawaasaa Istaadiyeemii Barkumee, magaalaa Jiinkaa Buufata Xiyyaaraa duraanii fi Aarbaa Mincitti sirntaa amantaa adda addaan kabajameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment