Ayyaanni Hiikaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Ayyaanni Hiikaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira.

Ayyaanni Hiikaa Iyyasuus Kiristoos cubbuu dhala kan itti haqe, jaalala kan itti barsiisee fi fayyina kan itti kenne ta’uu Abbootiin amantaa ergaa baga geessaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Wayita Ayyaanni kun kabajamu lammiilee sababoota adda addaan miidhaman yaadachaa fi deeggarsa taasiisuun kabajuun barbaachisaa ta’uu dhaamaniiru.

Hawaasni kiristiyaanaa guutuu biyyattiin nagaan akka bu’u tumsa barbaachisu akka taasiisan gaafataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment