Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Biiroon Nageenyaa naannoo Sidaamaa beeksiseera.
Hogganaan Biirichaa obbo Alamaayyoo Ximootiwoos akka ibsanitti, dargaggoonni kumni 1 fi 500 qaamolee nageenyaa waliin hojjechuuf qophiirra jiru jedhaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.