Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa kabajamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa kabajamaa jira.
Ayyaanichi sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu ibsameera.
Ayyaanni Bara Haaraa Boru kan kabajamu yoo ta’uu, Ministiroonni, Hoggantoonni Olaanoon naannolee fi keessummoonni garaagaraa saganticharratti ni argamuun eegama.
Afawarqi Iyyaayyuu fi Birhaanuu Bagaashawutu gabaase.
Comments (0)
Add Comment