Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Finfinneetti kabajamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.

Sirna kabajaa ayyaanichaarratti Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, preezdaantii naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo, Ministir Ministeera Aadaa fi Tuuriziimii Dooktar Hiruut Kaasahuunii fi hoggantoonni hojii mootummaa biroo dabalatee jaarsoliin biyyaa fi dhalattoonni naannoo Sidaamaa argamaniiru.

Ayyaannichi mata duree ‘Fiichee Cambalaalaa, nageenya, walkabajuu, jaalala, tokkummaa, waldanda’uu fi fakkenyaa dhiifamati’ jedhuun kabajaamaa jira

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment