Ayyaanni Faasikaa kabajamaa jira

Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biratti Ayyaanni Du’aa Ka’uun Yesuus Kiristoos kabajamaa jira.

Ayyaanni Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos, nagaa dhala namaaf kan argamsiise, nagaa kanas hordoftoonni amantichaa hojii tola ooltummaan hojiirra oolchuu akka qaban abbootiin amantaalee dhaamaniiru.

Kiristiyaanonni, nageenyaa fi tokkummaa biyyaa mirkaneessuuf hojjechuu akka qaban gaafataniiru.

Ayyaanichas lammiilee harka qalleeyyii waliin dabarsuu akka qaban abbootiin amantaalee hubachiisaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment