Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos kabajamaa jira

Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos (Ayyaana Qillee) hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biratti kabajamaa jira.

Hordoftoota amantii Kiristiyaanaa biratti Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos mallattoo araaraa, dhiifama fi dukkana keessaa gara ifaatti ce’uutti kan amanamuudha.

Guyyaa har’aas sadarkaa biyyaalessatti Ayyaanichi kabajamaa jira.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment