Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Minjaar Shonkoraa Irraanbuutiitti kabajamaa jira.
Ayyaanichi Amaasaale Yoordaanositti kabajamaa kan jiru yoo ta’u, hordoftoonni amantichaa fi abbootiin amantaa argamaniiru.
Kaleessa Taabonni bobbaafamuun sirni amantaa gaggeeffamaa kan bule yoo ta’u, har’a ganama sirni cuuphaa raawwateera.
Abbabaa Yeshawaali’uultu gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.