Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Kaatoolikii biraatti kabajama jira

Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Kaatoolikii biraatti kabajama jira.

Mana Amantaa Kaateediraalii Kaatoolikii Lidataa Maariyaamiitti, sirniota amantichaan kabajama jira.

Ayyaannichi sadarkaa biyyaalessaatti man Amantaa Kaatoolikiitti kabajamee oola.

Tigisti Birhaaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment