Ayyaanni bara haaraa saba Burjii ‘Wanaankaa Ayyaanaan’ kabajame

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni bara haaraa saba Burjii ‘Wanaankaa Ayyaanaan’ kabajameera.

Kabaja Ayyaannichaarraatti bakka buutoonni Booraanaa,Gujii, Geedi’oo,Korree fi Daraasheen argamaniiru.

Bulchaa olaanaan Aanaa Addaa Burjii obbo Kadir Addaam dhalattootaa aanichaa fi Ummata Ityoophiyaa maraan baga geessan jedhaniiru.

Sabaa fi sablammoonni kunneen saboota bara dheeraa waliin jiraataan adda baafamanii kanneen hin ilaallamne ta’uu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment