Ayyaanni Adwaa mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’ jedhuun  yaadatamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaanni Adwaa 126ffaan mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’ jedhuun Finfinneetti yaadatamaa jira.

Ayyaanichi qopheessuuma simooziyeemii Ministeera aadaa fi Ispoortiin Finfinneetti yaadatamaati kan jiru.

Ayyaanni Adwaa duudhaalee dhaloota ammaa dhaalchisee fi shooraa Paan Afrikaaniizimiif taphateerratti kan mariisisuu barreeffamni qophaa’e dhiyaachuun irratti ni mari’atamaan eegama.

Simpooziyeemicharratti Ministir deetaan Ministeera Aadaa fi ispoortii Warqinash Birhaanuu dabalatee hoggantoonni biroon argamaniiru.

Taarikuu Laggasaatu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment