Ayyaana Qillee sababeeffachuun Richiitii dhukaasuun dhurkaadha – Poolisii

Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) – Ayyaana Qillee sababeeffachuun haala kamiinuu Richiitii dhukaasuun dhurkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.

Qaamooleen meeshaalee waraanaa daddabarsan ayyaana daheeffachuun meeshaalee garaagaraa kan dhukaasaan ta’uu mirkanaa’uu poolisiin ibseera.

Kana duras rakkooleen sababa kanaan muudachuu eeruun, nageenya hawaasaaf jecha Richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu hubachiiseera.

Hawaasnis Richii dhukaasuurraa of qusachuu akka qabu ibsuun, qaamolee dhorkaa kana darban irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu hubachiiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment