Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaana Adwaa sababeeffachuun yeroo 21 Madfiin ni dhukaafama jedhameera.
Ayyaanni Adwaa yeroo 126ffaan guyyaa ni boruu kabajama.
Ayyaanicha sababeeffachuunis boruu ganama sa’aatii 12:00 irra kaasee yeroo 21 madfiin ni dhukaafama jechuun EBC’n gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.