Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Ayarlaand deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 9 Itiyophiyaaf deeggarsa taasiifte.
Deeggarsichi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Karaa Waajjira Qindeessaa Deeggarsa namoomaa Itiyoophiyaatti argamuun kan raabsamu ibsameera.
Deeggarsi taasiifame rakkoolee namoomaa Itiyooohiyaa mudatan furuuf kan dandeessisu ta’uu Itiyooohiyaatti Ambaasaaddarri Ayarlaand Niikoolaa Bireenaan ibsaniuru.
Deeggarsi namoomaa kun bara Faranjootaa 2023 hanga 2025tti hojiirra kan oolu ta’uu ragaan Itiyoophiyaatti Embaasij Ayaarlaandirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.