Awutoobisoonni magaalichaa haaraan eebbifamaa jiru

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Awutoobisoota haaraa galche eebbisiisaa jira.
Guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun bulchiinsi magaalaa Finfinnee Awutoobisoota haaraa galche Addabaabayii Masqalaatti eebbisiisaa jira.
Hanqina tajaajila geejjibaan dhaamaatii jiraattootarra ga’u salphisuuf guyyaa har’aa dhaabbata tajaajila geejjibaa heddumataa Shaggar dabalatee tajaajilli Awutoobisii magaalaa sa’aatii 12:00 jalqabanii bilisaan tajaajila laataa jiru jedhame.
Taarikuu Laggasaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment