Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Avookaadoon Itiyoophiyaa dhama addaa qabaachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Avokaadoowwan al-ergiidhaaf qophaa’an kun daldalli misooma damee kuduraaleen Itiyoophiyaa dandeettii guddaa akka qabuu fi babal’achuu akka danda’u agarsiiftudha jedhan.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.