Atleetoota Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaarratti hirmaataniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Adoolessa 4,  2014 (FBC) – Atleetoota Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooreeganitti gaggeeffamurratti hirmaataniif guyyaa har’aa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti gaggeessaan taasiifameera.

Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 18ffaan  Adoolessa 14 – 25, 2014tti Ameerikaa Ooreeganitti kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Federeeshinii Atleetkisii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment