Atleet Tsahaay Gammachuu fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban injifatte

Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Atleet Tsahaay Gammachuu fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban yeroo 2ffaaf injifatteerti.
Atleet Tsahaay Gammachuu fageenyicha sa’aatii 1 fi daqiiqaa 06 fi seekondii 44n xumuruun sadarkaa 1ffaan golobuu ishee ibsameera.
Atleet Gooytetoom Gabrasillaaseen ammoo sa’aatii 1 fi daqiiqaa 06 fi seekondii 45 xumuruun 3ffaa ba’uu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment