Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigicha daandirrraa Kiiloo Meetira 5 Ameerikaa Boostanitti gaggeeffame injifatte.
Sanbareen fageenyicha daqiiqaa 14 fi sekendii 49’n xumuruun riikkardii bakkichaa fooyyessiteerti.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.