Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileetoota taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifoomseera.
Atileet Gudaaf Tsaggaayyiin fageenya garaagaraa 3 irratti kan hirmaattu ta’uu federeeshinichi ibseera.
Haaluma kanaan fageenya meetira 800
1.Atileet Tsiggee Dhugumaa
2.Atileet Haabtaam Alamuu
3.Atileet Warqinash Mallasee
4.Atileet Nigist Geetaachuu eeggattu,
Meetira Kuma 1 fi 500 dubartootaan
1. Atileet Gudaaf Tsaggaayii
2. Atileet Dirribee Waltajjii
3. Atileet Birqee Hayyaloom
4. Atileet Hiruut Mashashaa eeggattuu,
Meetira Kuma 1 fi 500 dhiirootaan
1.Atileet Abdiisaa Fayyisaa
2.Atileet Saamu’eel Taffarraa
3.Atileet Eermiyaas Girmaa
4.Atileet Taaddasaa Lammii eeggataa,
Meetira Kuma 5 dhiirootaan
1. Atilee Hagos Gabrahiyiwaat
2. Atileet Yoomiif Qajeelchaa
3. Atileet Addisuu Yihuunee
4. Atileet Salamoon Baraggaa eeggataa,
Meetira Kuma 5 dubartootaan
1.Atileet Gudaaf Tsaggaayii
2.Atileet Madinaa Isaa
3.Atileet Ijjigaayyoo Taayyee
4.Atileet Fireeweeyinii Hayiluu eeggattuu,
Meetira Kuma 10 dhiirootaan
1. Atileet Yoomiif Qajeelchaa
2. Atileet Salamoon Baraggaa
3. Atileet Barrihuun Aragaawwii
4. Atileet Biiniyaam Bahaarii eeggataa,
Meetira Kuma 10 dubartootaan
1.Atileet Gudaaf Tsaggaayii
2.Atileet Footan Tasfaayee
3.Atileet Tsiggee Gabrasalaamaa
4. Atileet Ayinaaddis Maabraatuu eeggattuu,
Meetira Kuma 3 gufachiisaa dhiirootaan
1.Atileet Lammeechaa Girmaa
2. Atileet Saamu’eel Fireew
3.Atileet Geetinnaat Waalee
4. Atileet Abrahaam Simee eeggataa,
Meetira Kuma 3 gufachiisaa dubartootaan
1.Atileet Siimboo Alamaayyoo
2.Atileet Loomii Muullaataa
Fiigicha Maaraatoonii dhiirootaan
1.Atileet Sisaay Lammaa
2.Atileet Dheereessaa Galataa
3. Atileet Qananiisaa Baqqalaa
4.Atileet Taammiraat Tolaa eeggataa,
Fiigicha Maaraatoonii dubartootaan
1. Atileet Tigist Asaffaa
2. Atileet Amanee Bariisoo
3. Atileet Magartuu Alamuu
4. Atileet Goyitiitoom Gabrasillaasee eeggattuu,
Dorgommii Tarkaanfii fageenya Kiiloo Meetira 20 dhiitootaan
1. Atileet Misgaanaa Waaqumaan filatamuu ifoomseera.
#Oromia #Ethiopia