Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Atileetonni, ogeeyyiin midiiyaa fi artistoonni Giddugalaa Biqiltuuwwan Guullalleetti Ashaaraa Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.
Kunis, Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad “Duula Guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 haa dhaabnuu” jechuun waamicha taasisan hordofee ta’uun ibsamuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.