Atileet Xiruunash Dibaabaa Atileetota dubaraa waggoota 75 darbani as addunyaarratti mul’atan keessaa atileetii gahumsaa olaanaa qabdu jechuun filatamte

Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) –Atileet Xiruunash Dibaabaa Atileetota dubaraa waggoota 75 darbani as addunyaarratti mul’atan keessaa atileetii gahumsaa olaanaa qabdu jechuun filatamte.
Atileet Xiruunash Dibaabaa Atileetota dubaraa waggoota 75 darbani as addunyaarratti mul’atan keessaa atileetii gahumsaa olaanaa qabdu jechuun dubbistoonni atileetiksii wiikilii filataniiru.
Gama dhiirootaan ammoo atileetiin lammii Jaamayikaa Yusiyaan Boolti filatameera.
Dubbistootaa atileetiksii wiikiliin Atileet Xiruunash Dibaabaa 31.1% argachuun yoo dursitu, Yusiyaan Boolti ammoo 55.3% aragchuun dhiirota irraa durseera.
Atileet Haylee Gabrasilaasee ammoo 17.1% argachuun atileetii gahumsaa olaanaa qabu sadarkaa 2ffaa ta’uun filata,eera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment