Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Atileet Sambaree Tafariin dorgommii fiigicha kiiloo meetira 10 Ameerikaa magaalaa Atilaantaatti gaggeeffame injifatteerti.
Atileet Sambareen dorgommicha daqiiqaa 30 fi sekondii 49n 1ffaa ba’uun injifachuu ibsameera.
Dorgommichaan dhiiraan Atileetiin Ityoophiyaa Jamaal Yimar 3ffaa ba’uun dorgommicha xumuruu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.