Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Vaaleenshiyaa Baatii Muddee dhufu gaggeeffamurratti kan hirmaatu ta’uu beeksise.
Turtii yeroo dheeraa booda Maarataoonni Vaaleenshiyaarratti kan hirmaatu ta’uu Atileet Qananiisaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaan ibseera.
Dorgimmichaaf shaakala cimaa taasiisaa jiraachuu dubbateera.
Maaraatoonnii Mudde 3, 2016 Ispeen Vaaleenshiyaatti fiiggamu kanarratti ga’umsa koo madaaluufin fiiga jechuun ibseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.