Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Atileet Mulaatawaa Takleen fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Jarman magaalaa Barliinitti fiigame injifatte.
Fageenyicha sa’aatii 1:6:53 xumuruun injifatteerti.
Atileet Fitaawi Zaraa’i sa’aatii 1:7:22 xumuruun 2ffaa baateerti.
Dorgommii walakkaa maaraatoonii Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen Atileetiin Keeniyaa injifachuu ragaan Atileetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.