Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiiste

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo dorgommii fiigicha dubartootaa meetira kuma 10’n Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiisteetti.

Baahireeniif kan fiigduu Atileet Qaalkidaan Gazzaaheny lammaffaa baateetti.

Sifaan Hasaan dorgommii meetira 10,000 dubartootaa Olompiika Tookiyoo 1ffaa bahuun injifattetti.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment