Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan badhaasaaf Kaadhimamaan

Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan tarree kaadhimamtoota badhasa Atileetoota Addunyaa filatamoo bara 2023 keessa galan.

Atileetiksiin Addunyaa Atileetoota filatamoo bara 2023, 11 ifoomseera.

Dorgommii kanaan Atileet Gudaaf Tsaggay dorgommii Atileetiksii Daayimandii Liigii kuma10 injifattee fi Atileet Tigist Asaffaa Maraatoonii Barlinitti gaggeeffameen rikardii Addunyaa cabsiteen kadhimaamtoota keessatti hammatamaniiru.

Atileetoonni kadhimaman kunneen, Ardiiwwan 6 keessaa kan baba’anii fi garee Ogeeyyii Atileetiksii Idil Addunyaan kan filataman ta’uun ibsameera.

Sagantaan Badhaasa sagalee kennuu Atileetoota filatamoo dhumaa torbee kanaarra eegalee kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Atileetiksii Addunyarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment