Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimand Liigii meetira kuma 3 injifatte

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimand Liigii meetira kuma 3 Siwiizarlaandi Luuzanitti gaggeeffame rikardii bakkichaa haaraa galmeessuun injifatte.

Fageenyicha daqiiqaa 8 sekondii 21 fi maayikiroo sekondii 50 xumuruun injifatteerti.

Atileet Tsiggee Gabresalaamaan ammoo sadarkaa 3ffaa bahuun xumurte.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment