Atileet Dheereessaa Galataaf guddinni gulantaa kenname

Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Konistaabiil Atleet Dheereessaa Galataaf guddinni gulantaa kennameera.

Atileet Dheereessan Maaraatoonii Olompikii Paarisirratti 5ffaa bahuun Dippiloomaa biyyaaf argamsiiseera.

Haaluma kanaan Poolisiin Federaalaa Gulantaa Gargaaraa Inispeerkataraa kenneefira.

Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel Konistaabil Atileet Dheereessaaf guddina gulantaa kana kennuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mulisa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment