Asxaan magaalaa Shaggar ifoomuu ibsame

Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Asxaan magaalaa Shaggar ifoomuu ibsameera.

Asxaan magalichaa faajjii Sirna Gadaafi Odaa haammatee simboome jedhameera.

Faayamni faajjii Gadaafi ardaan ilaalama guutuu mallattoo geengootiin asxaa Shaggar irra jiru, agarsiistuu ibsama eenyummaa Oromoo ta’uu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment