Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaa marsaa 4ffaaf qophiin duraa taasifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Hojii Ashaaraa magariisaa waggaa 4ffaaf qophiin haal duree taasifamaa jiraachuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.