Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Artiist Teedroos Tashoomaa duula birmaddummaa biyyatti makamuu beeksiseera.
Artiistichi ‘an lubbuun darbee biyya koo na dhaabaa yoo ta’ee arsaa ta’uuf qophiidha’ jechuun beeksiseera.
Artiist Teedroos Tashoomaa fuula miidiyaa hawaasaa isaan akka ibseetti, biyyi keenya kan yeroo kamiyyuu caalaa nu barbaaddi jedheera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.