Artiist Sorsaa Lammii boqote

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Artiistiin waggoota dheeraaf aartii Oromoof gumaacha olaanaa taasiisaa ture Sorsaa Lammii addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.

Dhibee yeroo dheeraaf irra bubbuleen yaalamaa turuun har’a Hospitaala Phaawuloositti lubbuun darbuu ibsameera.

Artiist Sorsaa Lammiin waggoota 30 oliif aartii Oromoo guddisuu keessattii gumaacha olaanaa nama bahate tureedha.

Faanaa Biroodkaastiing Korporeeti Maatii, firoottanii fi dinqisiifattoota isaa maraaf jajjabina hawweera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment