Artiist Lammaa Guyyaa boqatan

Finfinnee, Onkoleessa 16, 2013 (FBC)- Dooktarri Kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaa umrii waggaa 92tti har’a addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru.

Sirni awwaalchasaanii Kamisa dhufu sa’aatii 6:00tti Bataskaana Qiddus Gabri’eel Bishooftuutti raawwatama.

Dooktarri kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa waggoota 65’n darban keessatti fakkiiwwan kuma 10 ol kaasuudhaan biyyoota addunyaa garaa garaatti agarsiisaa turaniiru.

Faanaa Broodkaasting Koorporeet maatii fi dinqisiffattoota isaaniitif jajjabina hawweera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment