Arjantiinaan 4 fi 2’n Faransaayiin injifachuun Shaampiyoonaa taate

Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Arjantiinaan rukuttaa adda bahiinsaa 4 fi 2’n Faransaayiin injifachuun Shaampiyoonaa Waanca Addunyaa bara 2022 taate.

Tapha daqiiqaawwan 120 taphatameen gareewwan lamaan goolii walqixa 3 fi 3 lakkoofsisaniiru.

Rukuttaa adda bahiinsaa kennameenis Arjantiinaan goolii 4 yoo galchitu Faransaay ammoo goolii 2’n adda bahaniiru.

Haaluma kanaan Arjantiinaan waggoota 36 booda Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa ta’uun Waancaa kubbaa miilaa baranaa injifatteetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment