Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Argisiifnii fi Baazaariin Oomishaa fi Tajaajilaa Interpiraayizoota xixiqqaa Baadiyyaa fi magaalaa naannoo Kibbaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti banameera.
Preezidaantiin Naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw argisiisaa fi Baazaarii kana eegalchiisaniiru.
Sagantaa baniinsa argisiisaa fi Baazaarii Tajaajilaa kanarratti Preezidaantii naannichaa Obbo Ristuu Yirdaawuu fi itti aanaan Preezidaantii naannichaa obbo Tasfaayee Yigazuu dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Uummattoota Kibbaa argamaniiru jedhame.
Gdeetinnat Jaarsootu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.