Appiliin bilbila harkaa haaraa ‘iPhone 15’ jedhamu ifoomse

Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Appiliin bilbila harkaa haaraa ‘iPhone 15’ jedhamu fayyadantootaaf dhiyeessuu ifoomseera.

Dhaabbanni Oomisha Bilbilaa Appiliin bilbiloota harkaa haaraa ‘iPhone 15’ fi ‘iPhone 15 Pilaas’ jedhaman dabalatee ifoomseera.

Bilbiloonni haaraan kunneen bara Faranjoota keessa jiru kana Fulbaana 22 eegalanii gabaarra oolu jedhame.

Gatiin ‘iPhone 15 Doolaara Ameerikaa 999 yoo ta’uu ‘iPhone 15 pilaasiin’ ammoo Doolaara Ameerikaa Kuma 1 fi 199 ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment