Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa bahachaa jiru marsaa 6ffaaf Meedaaliyaa badhaafame

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa bahachaa jiru marsaa 6ffaaf Meedaaliyaa badhaafameera.
Ajajaa olaaanaa humna waraanaa seektara 3ffaa Birgaader Jenaraal Alamuu Ayyanaa fi ajajaa nageenya eegsisuu Birgaader Jenaraal Zawudee Tsaxxiargee Meedaaliyicha badhaasaniiru.
Sirni badhaasichaa irratti Birgaader jeneraal Alamuu Ayyanaa akka himanitti, Mootummaa fi ummattoonni gantuu ABUT fi humnoota farreen nageenyaa kan biroo irratti tarkaanfii fudhataniin yeroo gabaabaa keessatti hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu oppireeshinii milkaa’aa ta’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment