Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Ameerikaan deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Doozii miiliyoona 1.2 Ityoophiyaaf taasifteetti.
Mootummaan Ameerikaa deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Ityoophiyaaf taasifamee ‘Joonsaan and Joonsaan’ jedhamu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaassaarri Ameerikaa Giitaa Paasii himaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna