Ameerikaan sababa weerara vaayrasii koroonaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa keesse

Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Guyyaan lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii hedduun keessatti galmaa’aa kan jiru Ameerikaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa kaa’uu ibsameera.
Yeroo ammaa bulchiinsota biyyattii garaagaraa keessatti weerarri vaayrasii koroonaa daraana hammaachaa jiraachuu himameera.
Yaa ta’uutii bulchiinsi Baayidan erga weerarri Vaayrasii Koroonaa Oomikroon argamee booda Afrikaa Kibbaa dabalatee Boostuwaanaa, Zumbaabuwee, Naamiibiyaa, Leesseettoo,Moozaambiikii fi Maalaawwiirra dhorkaa imala kaa’uu eerameera.
Hanga ammaatti Afrikaatti namoonni miiliyoonni 9.51 vaayrasichaan kan qabaman yoo ta’uu, Ameerikaatti ammoo namoonni miiliyoonni 53.7 qabamaniiru jedhame.
Afrikaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 27 ol lubbuun yoo darban, Ameerikatti namoonni kumni dhibbi 8 fi kumni 21 lubbuu isaanii dhabaniiru.
Maddi:-CGTN
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment