Ameerikaan karoorri Ityoophiyaa AGOA irra haquu qabatte dhaabbilee isheetti rifaatuu uume

Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Ameerikaan karoorri Ityoophiyaa AGOA ‘The African Growth and Opportunity Act’ haquuf qabatte dhaabbilee isheen kan hin eegamnee fi kan rifaasiseedha.

Ameerikaan Ityoophiyaa AGOA irra haquuf baatii jalqabaa Amajjii karoora akka qabdu ibsuushee hordofee Ameerikaatti insaatriiwwan kophee fi uffataaleerratti rifaatuu uumeera.

Preezdaantii boordii waldaa uffataalee fi kophee Ameerikaa fi hoji gaggeessaa olaanaa ta’uu tajaajila kan turaan Riik Heelfee Beeyiin barruu Forbes irratti yaada laataniiru.

Riik Heelfee Beeyiin yaada barrucharratti lataaniin, Ityoophiyaa AGOA irraa haquuf yaaduun dogoggoora jedhaniiru.

Yeroo Ityoophiyaan rakkoo keessaa jirtuutti karoorfamuusaas mormaniiru.

Dhugaa dubbachuuf sagantaalee daldalaa Ameerikaan uumtee hunda keessaa AGOA’n kan hin fooyyoofneedha, ta’us biyyoonni guddinarra jiran fayyadamoodha jedhaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment