Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 1.6 ol deeggarsa taasifte

Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa  Faayzar jedhamu doozii miiliyoona 1fi kuma dhibba 6 fi kuma 80 fi 120  deeggarsa taasifte

Deeggarsichi gama dhaabbata koovaaksiin Finfinnee galuu ibsameera.

Deeggarsi kun qaama tattaaffii Ameerikaan sadarkaa idil addunyaatti vaayrasii koroonaa ittisuuf taasistuu ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ameerikaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment