Ameerikaan gareen shororkeessaa ABUT gochaa sukkanneessaa naannoo Amaaraatti raawwate akkashee yaaddesse ibsite

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Ameerikaan hidhattoonni gareen shororkeessaa ABUT gochaa sukkanneessaa ajjechaa fi dirqisiisanii gudeeduu naannoo Amaaraatti raawwate akkashee yaaddesse ibsiteetti.

Waajjirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa gabaasa Aministii Interaanaashinaalii bu’uureeffachuun kaleessa ibsa baaseera.

Ibsichaanis gocha gara jabinaa raawwataama jiruun walitti bu’iinsi waraanichaa aaritiin xumuruu barbaachisaadha jedhameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment