Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraattii Ityoophiyaa bakka bu’an hojiilee rifoormii Waajjiraa Mummee Poolisii Fedeeralaa daawwataniiru.
Komishinaarri komishiinii Poolisii Fedeeralaa Jeneeraal Dammallaash Gabramikaa’eel Ambaasaaddaroota kanneen simachuun ibsa taasiisaniifiru.
Poolisiin Fedeeralaa Riifoormii haarawaa hojiirra jijjirama Poolisii fedeeraala madaluu fiduu danda’uu isaa Jeneeraal Dammallaash ibsaniiru.
Ambaasaaddaroonni kunneen hojiilee Riifoormii dhaabbatichi yeroo gabaabaa keessatti hojjete diniqsiifachuu ragaan Poolisii Fedeeralaarrraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.