Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa hawaasni idil addunya Ityoophiyaa akka daawwatan waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Qindeessaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dabalatee Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa hawaasni idil addunya Ityoophiyaa akka daawwatan waamicha dhiyeessaniiru.

Ambaasaaddarri Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbata Barnoota, saayinsii fi aadaa, Ameerikaa, Awustiraaliyaa fi Niiwuzlaandi kutaaleen hawaasaa idil addunyaa Ityoophiyaa akka daawwatan waamicha dhiyeessaniiru.

Ambaasaaddaroonni kunneen iddoolee ga’umsa Turizimii Magaalaa Laallibalaa daawwataniiru.

Kaayyoon daawwannichaa naannichaaf deeggarsa taasiisuu, dhorkaawwan imalaa turan kaasuu fi yeroo itti aanu lammiileen Ityoophiyaa biyya isaanii akka beeksisaniif ta’uu ragaan Ministeera Turizimiirraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment