Ambaasaaddarichi  Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Quwaataarritti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Feyisal Aliyyiin Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar  Sulxaan Biin Sa’id Almiriihi  waliin mari’atan.

Mariisaaniin, haala hariiroo gam-lamee biyyoota lameenii cimsuun danda’amurratti mari’achuu eerameera.

Dabalataanis haala dameewwan garaagaraan walta’iinsaan hojjechuu danda’anirratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaa Kuwaatar irraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment