Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaan Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti Daayreektara Dhimmoota Afrikaa Wuu Peeng waliin mari’ataniiru.
Hariiroo waloo, naannawaa fi dhimmoota idil addunyaarratti marii taasiisaniiru.
Ambaasaaddar Tashoomaan Toogaan dhimma keessoo Ityoophiyaa, waldhabdee daangaa Ityoo Sudaanii fi hidha haaromsaa ilaalchisee Wuu Peengiif ibsa taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.